7 «Yennaa daadimattanu akka worra Yihudoota hin te’inii, jecha bu’aa hin qanne itti hin deddeebi’ina’a; isaan heddummaa jechoota isaaniitiif, waaqi waan isaaniif dhage’u seyan. 8 Isin ammoo akka isaanii hin te’ina’a. Abbaan keessan waan isin barbaachisu isin adoo isa hin gaafatinuu hin beeka.
Publicidade