Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 9

Yesuus Namicha Afaan Duuda’aa Fayyise

32 Namooti ilti babbananteef akkuma achii bayaneen, jarri takka namicha afaan duudeeru ka durriisi qabeeru tokko gara Yesuusii fadane. 33 Durriisi yennaa keessaa baafame, namichi afaan duudee ture dubbate; kolbaalle baaseffattee, «Waan akkasii kana Israa’el keessatti nuuti ijjumaa dhagginee hin beennu!» jette.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também