Pular para o conteúdo
Publicidade

Naahomii Raagichaa 1

15 Kunoo, ergamaan oduu gammadaa odeessu,

ka nageya lallabu gaara gubba’aa dhufaara.

Kolbaa Yihuda’aa! Diinni keessan ijjumaa waan badeef,

haganaa achi biyya teessan hin qabatanu.

Tanaaf, gammadaan jilifadha’a.

Waan Waaqaaf kenniisaaf waadaa galtane Waaqaaf kenna’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

Naum
Ver todos os capítulos de Naum