Pular para o conteúdo
Publicidade

Naum 1

3 Waaqi hunnaa guddoo qaba,

ammoo ariifatee hin aaru;

Yakkaamessa adabu male hin lakkisu.

Karaan isaa bubbe’ee fi danbalii keessa;

duumensi bukuu1:3 Bukuu: Yookiin awwaara. miila isaa ti.

Veja também

Naum
Ver todos os capítulos de Naum