Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Nahimiya'aa 8

10 Nahimiyaan, «Dhaqa’aatii sagalee filante nyaadha’a; untoo mi’oottuulle una’a! Worra hin qannelle’eef irraa qooda’a! Guyyaan kun guyyaa Mootii Waan Maraa keennaaf woyyoomeeru; gammadi Mootii Waan Maraa isiniif kennu jabeenna keessan waan te’eef, hin gaddina’a!» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também