16 Mootiin Waan Maraa Muuse’een «Maanguddoo Israa’elii keessaa worra sooreyyi’ii fi qondaaltota kolba’aa te’uu isaanii beettu, nama torbaatama wolitti naa qabi. Akka isaan achi si bira dhaabbatanu gara Dunkaanii Woldeenna’aa fidi.
Publicidade
Kitaaba Seera Laakkossaa 11
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.