Publicidade

Números 25

10 Mootiin Waan Maraa Muuse’een, 11 «Kolbaa Israa’elii keessaa akaakoon Aaronii hayyichaa, ilmi Ele’azaarii Fiinehaas marroo tiyyaaf waan hinaafeef, ani hinaaffaa tiyyaan akka isaan hin fixanneef, mufii tiyya isaan irraa deebiseera. 12 Tanaaf, akka ani Gondooroo tiyya ta nageyaa isa woliin gondooradhu, Fiinehaasitti himi. 13 Inni ana Waaqa ifiitiif waan hinaafeef, kolbaa Israa’eliitiifille gumaa cubbu’uu waan kenneef, Gondooroon hayyummaa bara baraa isaaf, isaan duuballe sanyii isaatiif hin teeti» jedhe.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-