Mootiin Waan Maraa Gosa Biyya Adda Addaatitti Hin Mura
15 «Guyyaan ani Mootiin Waan Maraa
gosa biyya adda addaa maratti muru dhikaateera;
Edoom, akkuma ati nama irratti goote
si’i irralle’etti hin godhama;
hujiin teeti hantuun mataa keetitti hin deebiti.