Pular para o conteúdo
Publicidade

Hose'aa Raagichaa 11

3 Harka kolbaa Efreemii qabee daaddisee,

deemiisa ka barsiise ana;

isaan ammoo ka isaan fayyise

ana akka te’e hin beenne.

4 Ani wodaroo gadhi-laafummaa namaatiin,

hidhaansa jaalalaatille’een isaan harkise;

waanjoo morma isaanii irraa fuudhee

gad jedhee isaan areere.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também