Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 1

Hunna Oduu Gammadaa

16 Ani Oduu Gammadaatitti hin fokkifadhu; Oduun Gammadaa worra dhugeeffatu mara: duraan dursitee Yihudoota, akkasuma worra Yihudoota hin te’in mara fayyisiisaaf hunna Waaqaa ti.1:16 Mar. 8:38 17 «Balchaan dhugeeffanna’aan jiruu dhaggata» jedhantee barreeffanteerti; balchummaan Waaqaa huji’iin waan mudhatteef, jalqabaa haga dhumaatitti nami dhugeeffanna’aan balchooma.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também