20 Addee haluu baatu, akkuma Barreeffam Woyyichi, «Diinni keeti yoo beelote, nyaachis, yoo dheebote obaas; Yoo akkas goote qaani’iin akka gubatu goota» jedhu tolchi. 21 Hantuu dansa’aan injifadhu malee, hantuun si hin injifatin.