9 Jaalalli keessan dhugaamessa te’uu ti. Waan hantuu jibba’a; waan dansaa jabeessa’aa qabadha’a; 10 Akka obboleeyyanii o’isa’aatii wol jaaladha’a; ulfinna woliif kenniisaaf wol doggoma’a.