Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 2

29 Yihudiin dhuga’aa nama keessi isaa Yihudii te’e; haqanqabaan dhugichi, haqanqabaa Ayyaana Waaqaatiin te’u, haqanqabaa qalbi’ii ti malee, haqanqabaa nafaa, ka akka Seera keessatti barreeffameetii moti. Nami akkasii leellisa Waaqa biraa dhaggata malee, nama biraanii moti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também