Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 2

6 Waaqi nama tokko tokkoofuu akkuma hujii isaatitti hin kenna. 7 Inni worra ossee waan dansaa hujaa ulfinna, guddinnaa fi jiruu hin banne Waaqa biraa dhaggatiisaaf barbaaduuf, jiruu bara baraa hin kenna. 8 Worri dhibiin mataa ifii jaalatee waan dokonkora te’e hordofiisaaf dhugaa didane; Waaqi mufi’ii fi muraa ifii isaanitti hin fida.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também