23 Nami martinuu cubbuu hujeera; ulfinni Waaqaalle irraa dhidhateera3:23Ulfinni Waaqaalle irraa dhidhateera: Ulfinna addee Waaqi jiruu irralle’ee fagaateera. 24 Ammoo karaa wodoo te’iisa Yesuus Kiristoosiitiin toluma badhaadha Waaqaatiin balchoomeera.
Publicidade