Cubbuu Jalaa Du’anee Kiristoosiin Le’uu
1 Yoona maan jenna ree? Badhaadhi Waaqaa akka bacatuuf ittuma cubbuu hunyaa ree? 2 Waawwo’o! Nu worri cubbuu jalaa duune, attam cubbuma jala jiraanna ree?