Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 6

21 Waan amma ittiin fokkifattanu kana irraa yennaa san bu’aa maan dhaggattane ree? Muummeen waan saniille du’a! 22 Amma ammoo cubbuu jalaa baatanee garboota Waaqaa waan teetaneef woyyummaa hin dhaggatan; muummeen woyyumma’aalle jiruu bara baraa ti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também