Publicidade

Romanos 6

3 Nu worri Yesuus Kiristoos woliin tokko te’iisaaf cuuphanne maraa, du’a isaalle qoodamiisaaf akka cuuphanne hin beettanuu ree? 4 Yennaa cuuphamaan isa woliin awwaalanne, worra du’a isaalle qoodamu teeneerra; tanaaf akkuma Kiristoos ulfinna Abba’aatiin du’aa ka’e, nuutille jiruu haareyaan hin jiraanna.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-28_14-13-17-