24 Ani nama farraamessa attamiiti! Foon gara du’aa na geessaaru kana jalaa eentu na baasa? 25 Karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin galanni Waaqaaf te’u!
Maarre, qalbii tiyyaan ani garbicha Seera Waaqaa ti; foon kiyyaan ammoo garbicha seera cubbu’uu ti.