Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 8

26 Akkuma kana Ayyaanni dadhabbii teenna nu qarqaara; attam akka daadimannu nuuti waan hin beenneef, Ayyaanni ammoo aaduu dubbi’iin himantee hin dandeenneen nu’uuf daadimata. 27 Waaqi gadhaa namaa qorqorulle, yaadi Ayyaanaa maan akka te’e hin beeka; sababille Ayyaanni akka fedha Waaqaatitti kolbaa Waaqaatiif daadimata.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também