Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 8

28 Worra Waaqa jaalatu ka akka fedha isaa waamameef, Waaqi waan maraa dansa’aaf akka isaanii godhu hin beenna. 29 Worri inni dursee filate akka Ilma isaa fakkaatuu fi Ilmi isaalle obboleeyyan hedduu oddu’utti angafa akka te’uuf, waan Waaqi dursee murteesseeruuf tun teete.

Veja também