28 Worra Waaqa jaalatu ka akka fedha isaa waamameef, Waaqi waan maraa dansa’aaf akka isaanii godhu hin beenna. 29 Worri inni dursee filate akka Ilma isaa fakkaatuu fi Ilmi isaalle obboleeyyan hedduu oddu’utti angafa akka te’uuf, waan Waaqi dursee murteesseeruuf tun teete. 30 Worra dursee murteesse waameera; worra waamelle balchoonseera; worra balchoonselle ulfeesseera.
Publicidade
Worra Rooma'aa 8
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.