Publicidade

Romanos 8

5 Worri akka fedha foonii le’u waan foonii, worri akka fedha Ayyaanaa le’u ammoo waan ayyaanticha yaadatan. 6 Yaada fooniitiin mowamuun du’a fida; yaada Ayyaanaatiin mowamuun ammoo jiru’uu fi nageya kenna. 7 Nami yaada fooniitiin mowamu diina Waaqaa ti; sababille inni Seera Waaqaatiif hin ajajamu; ajajamiisaafille hin dande’u. 8 Worri yaada fooniitiif ajajamu Waaqa gammachiisuu hin dande’u.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-28_14-13-17-