Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 8

8 Worri yaada fooniitiif ajajamu Waaqa gammachiisuu hin dande’u.

9 Dhugumaan, Ayyaanni Waaqaa isin keessa waan jiruuf, isin akka fedha Ayyaanaa malee, akka fedha foonii hin leetanu. Nami Ayyaana Kiristoosii hin qannelle nama Kiristoosiitii moti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também