20 Isiin, «Naa’oom1:20 Naa’oom: Afaan Ibrootaatiin Gammada yookiin gammachiisaa jechu’u. jettanee na hin waamina’a, Waaqi Waan Mara Dande’u jiruu tiyya waan natti hadheesseef, ‹Maaraa1:20 Maaraa: Afaan Ibrootaatiin Gadda yookiin hadhowaa jechu’u.› naan jedha’a!
Publicidade
Kitaaba Ruutii 1
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.