Pular para o conteúdo
Publicidade

Ergaa Yaaqoobii 2

10 Nami tokko seera kaan mara eegatee, tokkocha yoo balleesse, akka waan maraayyuu balleesseetitti yakki itti hin murama. 11 Ka, «Hin gaarayyeeffatin» jedhettuu, «Hin ijjeesin» waan jedheef, ati yoo gaarayyeeffatuu dhaddelle, eega ijjeette yakkaamessa teeteerta. 12 Akka worra seera bilisummaa kennu duratti dhikaatee muraa dhaggatuu dubbadha’a, hujadhaalle’e.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também