17 Eliyaas namuma akka keennaatiiyyu; akka bokkeenni hin roonne yennaa jabeesse daadimate, woggaa sadii fi ji’a jaa lafa sanitti bokkeenni hin roonne.