Rakkinna Keessatti Ossatuu
7 Obboleeyyan tiyya! Haga Goottaan deebi’ee dhufutti ossadha’a. Qonnaan bulaan tokko haga latti isaa bokkeya matoomaatii fi eege’ee dhaggattutti ossataa, midhaan gatii-qabeessa fichaan isaa kennu, akka inni eegatu ilaala’a.