Pular para o conteúdo
Publicidade

Ergaa Yaaqoobii 5

Rakkinna Keessatti Ossatuu

7 Obboleeyyan tiyya! Haga Goottaan deebi’ee dhufutti ossadha’a. Qonnaan bulaan tokko haga latti isaa bokkeya matoomaatii fi eege’ee dhaggattutti ossataa, midhaan gatii-qabeessa fichaan isaa kennu, akka inni eegatu ilaala’a. 8 Isinille akkasuma ossadha’a! Guyyaan Goottaan dhufu waan dhikaatteef, gadhaa keessan jabeeffadha’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também