10 «Ani ayyaana mararti’iitii fi ayyaana daadimataa sanyii Daawitiitii fi worra Yerusaalem keessa le’u irratti hin dhangalaasa. Isaan ka woraanane san na hin ilaalan; akka nama mucaa tokkochaaf bowuutitti hin bowan; akka nama du’a ilma angafichaatiif guddoo gadduulle hin gaddan.
Publicidade
Zakaariyaasii Raagichaa 12
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.