Pular para o conteúdo
Publicidade

Zakaariyaasii Raagichaa 2

10 Mootiin Waan Maraa, «Isin kolbaa Xiyoonii2:10 Xiyoon: Qachaa Yerusaalemii ti., kunoo ani dhufee odduu teessan waan le’uuf, ilillisa’aa gammada’a» jedha.

11 Guyyaa san gosi biyya adda addaa hedduun gara Mootii Waan Maraa dhufanee, gosa isaa hin te’an. Innille odduu isaanii hin le’a; akka Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade gara keessan na erge hin beettan. 12 Mootiin Waan Maraa lafa woyyittii keessaa Yihudaa lafa ifii hin godhata; ammalle Yerusaalem hin filata.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também