8 Nami isin tuqu gumaa ila tiyyaa2:8 Gumaa ila tiyyaa: Afaan Ibrootaatiin, «Mucaa ila tiyyaa» jedha; mucaa ilaa jechuun, ila gurraattii keessaa ti. tuqa» jedha; kana Mootii Waan Maraatittuu dubbate.
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, ulfinna naaf kennee, gosa biyya adda addaa ta isin saantetti na ergee,