9 «Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, ‹Muraa dhuga’aa mura’a; woli woliif arjooma’a; wolille’eef marara’a. 10 Haadhotii hiyyeessaa, ijoollee haadhaa fi abbaa hin qanne, orma, yookiin hiyyeeyyii hin miicina’a. Gadhaa keessan keessatti hantuu woliif hin yaadatina’a› jedha» jedhe.
Publicidade
Zakaariyaasii Raagichaa 7
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.