Publicidade

Zacarias 9

9 Kolbaa Xiyoonii, guddoo gammada'a!

Kolbaa Yerusaalemii, ilillisa'a!

Kunoo, mootichi keessan balchaan,

injifataan, gad ifi qabee,

ilmayyoo harre'ee irraa tee'ee,

gara keessan hin dhufa.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-22_10-02-25-