24 Utuu namni hundi raajii dubbachaa jiruu yoo namni hin amanne tokko yookaan namni hin baratin tokko ol seene inni akka cubbamaa taʼe nama hundaan ni amansiifama; nama hundaanis isatti murama; 25 icciitiin garaa isaa keessaas ifatti ni baafama. Innis, "Waaqni dhugumaan isin gidduu jira" jedhee dubbachaa addaan lafatti gombifamee Waaqa waaqeffata.
Publicidade