Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Qorontos 6:12,13

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

Halalummaa

12 "Wanti hundinuu naaf eeyyamameera;" kan faayidaa qabu garuu hunda isaa miti; "Wanti hundinuu naaf eeyyamameera;" garuu wanti tokko iyyuu na hin moʼatu. 13 "Nyaanni garaadhaaf; garaanis nyaataaf;" Waaqni garuu lachan isaanii iyyuu ni balleessa. Dhagni Gooftaa tajaajiluudhaaf malee halalummaaf miti; Gooftaanis dhagnaaf.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    12 "ወንት ሁንድኑ ናፍ ኤየመሜረ"፤ ከን ፋይዳ ቀቡ ገሩ ሁንደሳ ምት፤ "ወንት ሁንድኑ ናፍ ኤየመሜረ"፤ ገሩ ወንት ቶኮዩ ነ ህንሞአቱ። 13 "ኛን ገራዻፍ፤ ገራንስ ኛታፍ"፤ ዋቅን ገሩ ለቸንሳኒዩ ንበሌሰ። ዸግን ጎፍታ ተጃጅሉዻፍ መሌ ሀለሉማፍ ምት፤ ጎፍታንስ ዸግናፍ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    12 "Wanti hundinuu naaf eeyyamameera;" kan faayidaa qabu garuu hunda isaa miti; "Wanti hundinuu naaf eeyyamameera;" garuu wanti tokko iyyuu na hin moʼatu. 13 "Nyaanni garaadhaaf; garaanis nyaataaf;" Allaahan garuu lachan isaanii iyyuu ni balleessa. Dhagni Gooftaa tajaajiluudhaaf malee halalummaaf miti; Gooftaanis dhagnaaf.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.