Halalummaa
12 "Wanti hundinuu naaf eeyyamameera;" kan faayidaa qabu garuu hunda isaa miti; "Wanti hundinuu naaf eeyyamameera;" garuu wanti tokko iyyuu na hin moʼatu. 13 "Nyaanni garaadhaaf; garaanis nyaataaf;" Allaahan garuu lachan isaanii iyyuu ni balleessa. Dhagni Gooftaa tajaajiluudhaaf malee halalummaaf miti; Gooftaanis dhagnaaf.