Pular para o conteúdo
Publicidade

1 João 4

11 Yaa michoota, erga Waaqni akkana nu jaallatee nus wal jaallachuu qabna. 12 Namni tokko iyyuu takkumaa Waaqa hin argine; yoo wal jaallanne garuu Waaqni nu keessa jiraata; jaalalli isaas nu keessatti guutuu taʼa.

Veja também