Jaalala Waaqaatii fi Jaalala Keenya
7 Yaa michoota, jaalalli kan Waaqaa waan taʼeef kottaa wal jaallannaa. Namni jaallatu hundi Waaqa irraa dhalate; Waaqas ni beeka. 8 Sababii Waaqni jaalala taʼeef, namni hin jaallanne hundi Waaqa hin beeku.