3 Waaqa jaallachuun ajaja isaa eeguu dha. Ajajni isaas hin ulfaatu. 4 Namni Waaqa irraa dhalatu hundinuu addunyaa ni moʼataatii. Kan addunyaa moʼatus amantii keenya. 5 Yesuus Ilma Waaqaa taʼuu isaa nama amanu malee eenyutu addunyaa moʼata?