13 Isin gaarii hojjechuuf yoo hinaaftan, eenyutu isin miidha? 14 Garuu yoo qajeelummaaf jettanii dhiphattan isin eebbifamoo dha. "Sodaachisuu isaanii hin sodaatinaa; hin jeeqaminaas."3:14 Isa 8:12