6 Kanaafuu akka Waaqni yeroo malutti ol isin qabuuf, harka isaa humna qabeessa sana jalatti gad of qabaa. 7 Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hunda isa irra kaaʼadhaa.