Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Mootota 19

20 Elsaaʼis qotiyyoo ofii isaa dhiisee Eeliyaas duukaa fiigee, "Mee takkaa dhaqee abbaa koo fi haadha koo dhungadhee, ‘Nagaatti’ jedheen si duukaa buʼaa" jedhe.

Eeliyaas immoo, "Deebiʼi; ani maalin si godhee jira?" jedhee deebiseef.

21 Kanaafuu Elsaaʼi isa dhiisee deebiʼe. Qotiyyoo cimdii tokkoo fuudhee qale. Miʼa ittiin lafa qotiisaa qotu sanas bobeessee foon sana bilcheessee namootaaf kenne; isaanis ni nyaatan. Ergasiis kaʼee Eeliyaas duukaa buʼe; tajaajilaa isaas taʼe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também