27 Ani mucaa kana argachuuf kadhadheera; Waaqayyos waan ani isa kadhadhe naaf kenneera. 28 Kanaafuu ani amma Waaqayyoofan isa kenna. Bara jireenya isaa guutuu Waaqayyoof ni kennama." Isaanis achitti Waaqayyoof sagadan.
Publicidade

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.