Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Samuel 15

22 Saamuʼeelis deebisee akkana jedhe:

"Waaqayyo akka yeroo sagalee isaatiif ajajamanitti gammadu sana,

aarsaa gubamuu fi qalmatti ni gammadaa?

Ajajamuutu aarsaa caala;

dhagaʼuunis cooma korbeessa hoolaa caala.

Veja também