23 Fincilli akka cubbuu falfala hojjechuu ti;
mata jabinnis akka hammina Waaqa tolfamaa waaqeffachuu ti.
Waan ati dubbii Waaqayyoo tuffatteef,
anis akka ati mootii hin taane si tuffadheera."