Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Samuel 20

16 Kanaafuu Yoonaataan, "Waaqayyo diinota Daawit itti gaafatamtoota haa godhu" jedhee mana Daawit wajjin kakuu seene. 17 Yoonaataan sababii akkuma lubbuu ofii isaatti Daawitin jaallateef akka inni amma illee isaaf kakatu godhe.

Veja também