Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Saamuʼeel 28:7,15

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

7 Kana irratti Saaʼol tajaajiltoota isaatiin, "Akka ani dhaqee ishee gaafadhuuf dubartii eker dubbiftuu naaf barbaadaa" jedhe.

Isaanis, "Kunoo dubartiin ekeraa dubbiftu tokko Eendoor jirti" jedhan.

15 Saamuʼeelis Saaʼoliin, "Ati maaliif ol na baasuudhaan na jeeqxa?" jedhe.

Saaʼolis akkana jedheen, "Ani baayʼee dhiphadheera; Filisxeemonni na lolaa jiru; Waaqnis narraa garagaleera. Inni raajotaan yookaan abjuudhaan deebii naa hin kennu. Kanaafuu akka ati waan ani gochuu qabu natti himtuufan si waammadhe."

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    7 ከነረት ሳኦል ተጃጅልቶተሳቲን፣ "አከ አን ዸቄ እሼ ጋፈዹፍ ዱበርቲ ኤኬር ዱብፍቱ ናፍ በርባዳ" ጄዼ።

    እሳንስ፣ "ኩኖ ዱበርቲን ኤኬራ ዱብፍቱ ቶኮ ኤንዶር ጅርት" ጄዸን።

    15 ሳሙኤልስ ሳኦሊን፣ "አት ማሊፍ ኦል ነ ባሱዻን ነ ጄቅጠ?" ጄዼ።

    ሳኦልስ አከነ ጄዼን፣ "አን ባይኤ ዽጰዼረ፤ ፍልስጤሞትን ነ ሎላ ጅሩ፤ ዋቅንስ ነራ ገረገሌረ። እን ራጆታን ዮካን አብጁዻን ዴቢ ና ህንኬኑ። ከናፉ አከ አት ዋን አን ጎቹ ቀቡ ነት ህምቱፈን ስ ዋመዼ።"

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    7 Kana irratti Saaʼol tajaajiltoota isaatiin, "Akka ani dhaqee ishee gaafadhuuf dubartii eker dubbiftuu naaf barbaadaa" jedhe.

    Isaanis, "Kunoo dubartiin ekeraa dubbiftu tokko Eendoor jirti" jedhan.

    15 Saamuʼeelis Saaʼoliin, "Ati maaliif ol na baasuudhaan na jeeqxa?" jedhe.

    Saaʼolis akkana jedheen, "Ani baayʼee dhiphadheera; Filisxeemonni na lolaa jiru; Allaahanis narraa garagaleera. Inni nabiiʼiyyootaan yookaan abjuudhaan deebii naa hin kennu. Kanaafuu akka ati waan ani gochuu qabu natti himtuufan si waammadhe."

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.