Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Timóteo 2

Qajeelcha Waaʼee Waaqeffannaa

1 Egaa ani akka waammachuun, kadhannaan, namaaf kadhachuu fi galanni maqaa nama hundaatiin dhiʼeeffamu duraan dursee nan gorsa; 2 nus akka Waaqa sodaachuu hundumaan, ulfinaanis jireenya nagaatii fi tasgabbiin jiraannuuf moototaa fi warra taayitaa qaban hundumaafis akkasuma haa godhamu. 3 Kunis gaarii dha; fuula Fayyisaa keenya Waaqaa durattis fudhatamaa dha;

Veja também