Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Xiimotewos 2:1-4

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

Qajeelcha Waaʼee Waaqeffannaa

1 Egaa ani akka waammachuun, kadhannaan, namaaf kadhachuu fi galanni maqaa nama hundaatiin dhiʼeeffamu duraan dursee nan gorsa; 2 nus akka Waaqa sodaachuu hundumaan, ulfinaanis jireenya nagaatii fi tasgabbiin jiraannuuf moototaa fi warra taayitaa qaban hundumaafis akkasuma haa godhamu. 3 Kunis gaarii dha; fuula Fayyisaa keenya Waaqaa durattis fudhatamaa dha; 4 Waaqni akka namni hundinuu fayyuu fi akka dhugaa beekuu biras gaʼu barbaada.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    1 ኤጋ አን አከ ዋመቹን፣ ከዸትናን፣ ነማፍ ከዸቹፊ ገለን መቃ ነመ ሁንዳቲን ዽኤፈሙ ዱራን ዱርሴ ነንጎርሰ፤ 2 ኑስ አከ ዋቀ ሶዳቹ ሁንዱማን፣ ኡልፍናንስ ጅሬኘ ነጋቲፊ ተስገቢን ጅራትኑፍ ሞቶታፊ ወረ ታይታ ቀበን ሁንዱማፍስ አከሱመ ሃጎዸሙ። 3 ኩንስ ጋሪዸ፤ ፉለ ፈይሳኬኘ ዋቃ ዱረትስ ፉዸተማዸ፤ 4 ዋቅን አከ ነምን ሁንድኑ ፈዩፊ አከ ዹጋ ቤኩ ብረስ ገኡ በርባደ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 Egaa ani akka waammachuun, duʼaan, namaaf duʼaa gochuu fi galanni maqaa nama hundaatiin dhiʼeeffamu duraan dursee nan gorsa; 2 nus akka Allaah sodaachuu hundumaan, ulfinaanis jireenya nagaatii fi tasgabbiin jiraannuuf moototaa fi warra taayitaa qaban hundumaafis akkasuma haa godhamu. 3 Kunis gaarii dha; fuula Fayyisaa keenya Allaaha durattis fudhatamaa dha; 4 Allaahan akka namni hundinuu fayyuu fi akka dhugaa beekuu biras gaʼu barbaada.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.